Partilee maqaa oromoottin ergaa dhabaatani ummaanni Oromoo tokkomma tokkomma jedhee itti lallaba turee.hayyuun oromoo meeqatamtu osoo tokkumma partilee Oromoo lallabuu lubbuun dabre manii ha lakkahu.
Ijoon dubbii kiyyaa har,aa .
Partilee oromoo maalif tokkommu dadhaba.
1. Aangoo jalaachuu.
2. Shiraa diina of keessaa qabachuu
isaani.
3. Ana qoofatu beekadha jedhaani
yadduu.
4. Daantaa oromoo caalaa daantaa
dhunfaa dursuu.
5. Gandummaa fi naannuman
yadduu.
6 .Karaa kiyyaan yo deemaan maale
bilisummaan hin dhufu jedhaani
yadduu.